Baga Gara Chaanaalii Sagalee Kiristaanotaa ta'e Christian Media tti Nagaan Dhuftan❗️ Youtube kanaan -Faarsaa -Fiilmii Hafuuraa -Diramaa Akkasumas Oduu Kiristaanummaan wal qabatan garagaraa kan isiniif gadhiifnu waan ta'eef irraa soorachuun eebbiifamaa! Teessoon: Finfinnee Ethiopia