Qubee Tech Present channel logo Qubee Tech Present
  • Custom URL: @qubee-tech
  • Country: United States 🇺🇸
  • Description language: Somali

  • YouTube channel type
  • Audience: 2.7K
  • Video Views: 136.22K
  • # videos: 101
  • Estimated Earnings: $34 - $544
  • Category: Knowledge Lifestyle Technology
  • Date Created: 2020-06-13
  • Date Updated: 2024-06-04
Audience activity: 50
Views per video: 1.35K
Keywords: Emerging Technology C++ in Afaan Oromo C++ dr. zelalem Ethiopian slow classic music Data Science artificial intelligence


Anaa-dhufu! Chaanaliin Qubee Tech Present, akkuma maqaasaa dhiheessaa odeeffannoo fi beekumsaa teeknoloojii ilaallatu bifa barsiisaa fi bohaarsaa ta'een bakka irraa argattanidha. Qabiyyeen suursagalee isin argachuu dandeessanis; ✔️ Barnoota waa'ee YouTube ✔️ Odeessa teenkoloojii fi adventure garaa garaa ✔️ Barnoota koorsii teeknoloojii ✔️ Marii fi af-gaaffi dhimmoota YouTube fi kaan ilaallatu ✔️ Malootaa fi karaalee online galiin argaman kan caqasuu fi ✔️ Yaada isin kennitan hundarrattis kan qopheessinu ta'e. ✔️ Irratti nu waliin hojjechuuf fedha fi hawwii yoo qabaattanis karri Qubee banaadha, / Kanaaf, chaanalii keessan kana jajjabeessuun guddifachuu hin dagatiinaa. Hamilee argachuun waa hunda caala!