Afran Qalloo Entertainment channel logo Afran Qalloo Entertainment
  • Custom URL: @afranqallooentertainment
  • Country: United States 🇺🇸
  • Description language: Somali

  • YouTube channel type
  • Audience: 12.5K
  • Video Views: 524.07K
  • # videos: 66
  • Estimated Earnings: $131 - $2.1K
  • Category: Music
  • Date Created: 2021-11-21
  • Date Updated: 2024-07-03
Audience activity: 41
Views per video: 7.94K
Audience growth speed: 13
Keywords: AfranQallooEntertainment Direwood hanichooro VisionEntertainment ArtFarhanBaddeessa DireCityTube BarooMedia NatoliUsman VisionEntertainment


❤❤*Baandiin Afran Qalloo*❤❤ bara 1962'ti kan hundeeffamte yeroo tahu. #Afran_Qalloo maqaan jedhu kan dhufe ilmaan Qalloo arfan jechuunis Alaa, Baabbilee, Dagaa fi Oborraa irraa yoo ta'u kunis maqaa gosoota Oromoo naannoo Dirre Dhawaa jiraataniiti. Layibiraariin hangafoota fi hundeessitoota Baandii Afran Qalloo fi Artii Oromoo kan tahan keessaa Gazex, Walaleessitoota..akka ☆ Abubakar Muussaa fi Abdi (Mahammad) Qopheeti.! #Hundeessitoota #Afran qalloo keessaakka mataatti kan ilaalaman keessaa.. ◇ Umsaa'il Muummad- Perzdantii Afran qalloo kan jalqabaati. ◇ Mahmad Bookhee- hundeessaa Afran Qallooti. #Wallistoota akka..Dr. Ali Birraa, Ali Shabboo, Adam Harun, Shantam Shubbisa, Elemo Ali, Abdiyuun, Qamar Yusuf fi Haloo Dawee..kkf. Keessattuu Abubakarii fi Abdi Qopheen Artistoota qofa osoo hintaane Walaleessitoota, Xinxaltoota Siyaasaati, Gazexeessitoota fi Qabsaa'ota jedhamani beekkamu.!! ❤Baay'ee isin jaalannaa ❤ Guddaa Galatoomaa.!🙏❤❤