Marta Tarekegn Official channel logo Marta Tarekegn Official
  • Custom URL: @martatarekegnofficial
  • Description language: Somali

  • YouTube channel type
  • Audience: 5.32K
  • Video Views: 76.77K
  • # videos: 200
  • Category: Christian music Music
  • Date Created: 2020-11-17
  • Date Updated: 2024-05-12
Audience activity: 14
Views per video: 383


Waaqayyoo gaarii dha! Dirmaata iyyaa koo Awwaata dhugaa koo Yesus yaa michuukoo Sidhaam filannoon koo Siin qabaam Yesus koo Siin dhisuum keessi koo Yaa jaalallee garaa koo Wabii koo yeroo maarraa Natti anataam ati hundaa irraa Jaalladheen sii fiilaadhee Amaneen sitti of laadhe Nan gatuu nan beeka Na waamteem akaakeen Jaallataa koo yesus Baarsisaa dhugaa koo Waamadheen siin ooleem Siin ganu gooftaa koo Jaalladhees hin gabbuu Waamadhees hin gadduu Filladhees hin shakkuu Abdii koo yeroo hundaa Inni anaaf addadhaa! Kaayyoo koof milkeessa Eejjenaa koo cimsaa Hafuuraan na tumsaa Dhugaa koos mul'isa Ifaa dhugaa bataa Dukkannaa koo ibsaa Jechii isaa sirridhaa Dinnotaa gaddoocha Jawwichaas boosisaa Dhaloota dhugaa boonsa Seexanna qaneessa Warra du'aan keessa Ijoollee isaa kaasaa Inni abbaa gaariidhaa Jechaa isaaf Amanamaa Inni muchuu dhugaadhaa Nama hundaaf abbaadha! Michuu dadhaabootaa Firraa hiyyeesootaa Abbaa Abbaa wallaalotaa Abdii koo jirtaa 《Yesus koo,!!😍❤》