Kabajamoota hordoftoota Koo channel Kiya irati wantoota nama barsiisi fi bohaarsuu danda,a jedhee yaadu isinif dhiyeesa. Walaloo Sirboota Seenaa jireenyaa Muudanoo fi muuxanoo waan gaarii iraa hubachuu dandersan jedhe yaadu wantan beeku iraa isiniif qooda. ✍️😍