Baga naagan gara channel Zahra Tube naagan dhuftan. Zahra Tube qophii adda ta'e isinif qophessuuf fedhiif hamiilee guutuun dhufaa jiraa, egaa isin immoo mati nuuf ta'uun nu jajjabesaa. Galatoomaa 🌹