no one channel logo no one
  • Custom URL: @alifuha
  • Country: United States 🇺🇸
  • Description language: Somali

  • YouTube channel type
  • Audience: 1.74K
  • Video Views: 34.69K
  • # videos: 24
  • Category: Lifestyle Technology
  • Date Created: 2020-09-06
  • Date Updated: 2024-05-07
Audience activity: 19
Views per video: 1.45K
Keywords: Alifu Alifu Haji Oromo Technologies Oromo oromo music


Anaa dhufu! An Alifu Haji jedhama. Kun immoo toora chaanalii dhuunfaa kooti. Toora chaanalii koo kana irratti viidiyoowwan barnootaa, reaction, fi odeeffannoowwan haala yeroon walbqabatan dabarsan akkasumas walleewwan garagaraan isin booharsan irra kaaya. Isin immoo chaanalii koo, keessan kana subscribe gochuudhaan akka na jajjabeesitan isiniin jedha. 😍 ................................... Tajaajiloota kanneen yoo barbaaddan na qunnamuu dandeessu .................................. 1. Toora marsariitii uumachuu yoo barbaaddan 2.Aappii moobaayilaa hojjachiifachuu barbaadduu? 3. Fuula facebook bituu yookiin gurgurachuu yoo barbaaddan tahe 4. Adsense irratti na waliin hojjachuu yoo barbaaddan tahe 5. Aasxaa dhuunfaa keessanii hojjachiifachuu yoo barbaaddan Fi kkf irratti yoo na qunnamtan wajjiin hojjachuu dandeenya. Na qunnamuuf immoo: Email: arsiwebs@gmail.com Lakk : 0964121760 Isin jaaladha 😍