Ashaama harkaa funee dawwatoota kenyaa nuttii yeroo bayyee diramaa bayyee bareedaa ta'ee hojjaane isiin biraani genyaa issin immoo dawaatani akkaa nuu jajjabesitaan abdiin qabaa chenali kiyyaasi yeroo murasaa bodaa 1.M akkaa senuu abdi qabaa galatomaa horaa bulaa debaana dagaagaa